Ijoolleen yeroo waan harkatti qabatan darbatan, hin nyaannu yeroo jedhan ykn rafuudhaaf yeroo rakkisan haadholiin 'na gubdan, umurii koo malee na dulloomsitan' jechuun baayyee aaruu danda'u ta'a.
Ganna hedduun dura dubartiin lammii Afriikaa Kibbaa Saandiraa Sheel, Mana Kitaabaa Koorii jedhamu keessa kaataaloogii/baafata wabii irratti jecha 'Ijoollee Oromoo' jedhu ilaalte. Odeeffannoo jiranis ...
Tuqaalee Ijoo Egeree ijoollee keessaniif qarshii ol kaa'uun liqaa isin irra jiru of irraa hir'isuu irraa eegala. Liqaa ijoollee keessaniif wabii utuu hin tahin dura ogeessota maallaqaa dubbisuun ...
Eeggannoon Bishaanii fi dandeettii daakaa daa’ima kami iyyuu Australia keessa jiruuf dirqama. Barbaachisummaa barnoota daakaa fi filannoowwan jiran ilaalchisee wanti warri ijoollee hundi beekuu qaban ...